Sunday 10 March 2013








Duraan dursee akkam jirtu nagaa keessanii jechuudhaan itti aansee ammoo gara marsaa internet www.jaalalleewwan-lamaan.com gara jedhu kanatti baga nagaan dhuftan ergan jedhee booddee itti aansudhaan marsaan kun fuula duraaf dhimma jaalalaa irratti xiyyeefatee hojii guddaa jaalala dhugaa irratti hundaawee hojjachuuf hojii jalqabeera.jaalalleen lamaan Akkawaaq Jaalataa fii Mimmii Keya kan jedhaman yennaa ta'u jaalala dhugaatin jaalala biqlchuu kan jalqaban guutuun barreeffama kanaa fuula duraaf baldhinaan kan dhiyaatu ta'uu isaas asumaan isin hubachiisuun barbaada.